Jireenyaa Fi Tajaajila Yesuus Kiristoos - Obbo Dirribaa Ayyelee Saaqqataa - Libros - Createspace Independent Publishing Platf - 9781726353045 - 7 de septiembre de 2018
En caso de que portada y título no coincidan, el título será el correcto

Jireenyaa Fi Tajaajila Yesuus Kiristoos

Precio
$ 17,49
sin IVA

Pedido desde almacén remoto

Entrega prevista 18 de jun. - 7 de jul.
Añadir a tu lista de deseos de iMusic

Akkuma mata dureen isaa jedhu macaafni kun waa'ee Jireenyaa fi dhaloota Yesuus kiristoos dubbata. keessumaa kiristiyaanotaaf bifa kanaan afaan oromoon barreeffamuun macaafa kanaa bu'aa gudda qabaata. macaafichi hanga danda'ametti akka namootni hundumtuu salphaatti hubachuu dandaa'anitti itti yaadamee waan qophaa'eef bu'aa gaari qabaata jedheen yaada. yaada macaafa kana irra jiru haala gaariidhaan dubbisanii hubachuu jechuun dhuunfaa ofiittis ittijieaachuuf, akkasumas itiin taajaajiluufis bu'uura jabaa ta'e tokko dhaabachuudha. ani akkan yaadutti mata duree kanaan bifa kanaan afaan Oromoon barreeffamuun isaa isa jalqabaati jedheen yaada. manneen barumsaa mcaafa qulqulluu gita dipiloomaatti jiran illee yoo itti gargaaraman akka gargaarnuu danda'u beektonni macaafa kana dursanii ilaallan dhugaa ba'aniiru. gabaadhumatti macaafni kun seenaa dhuunfaa Yesuus haala inni keessatti guddatee fi waaee tajaajila isaatii bal'inaan ibsa. dubbisa gaarii!

Medios de comunicación Libros     Paperback Book   (Libro con tapa blanda y lomo encolado)
Publicado 7 de septiembre de 2018
ISBN13 9781726353045
Editores Createspace Independent Publishing Platf
Páginas 122
Dimensiones 152 × 229 × 7 mm   ·   190 g
Lengua Oromo